Nasruu Guta(@GutaNasruu) 's Twitter Profile Photo

Namni bilisaan waan tokkoo siif kennu hin jiru. Biyya bilisoomtuu fi birmadummaan.ishii eegame yoo barbaanne of danda’uu qabna.

Biyya nyaataan of dandeeche uumuuf tattaaffii taasifamu keessatti ga'ee koo nan ba'a! Isin hoo?

account_circle
EE(@EE) 's Twitter Profile Photo

Happy 🫶 We’re celebrating women in gaming with a sneak peak of our mentees on the programme. Watch this space 👀

account_circle
Chora Botor Communication office(@ChoraBotor) 's Twitter Profile Photo

Birmadummaan Itoophiyaa Seenaa gootota ilmaan isheetiin eegame ammas ni dabalama!
======//=====
Hagayya 27/12/2013)
Godina Jimmaa Aanaa Cooraa Botoritti qar.25,000niin bitee RIBtiif arjoome.

Kichuu(@kichuu24) 's Twitter Profile Photo

Hiriira Guddicha Oromiyaa waamame maaliif hanga eegame ummatni bahee sagalee dhageessifachuu dadhabe? - kichuu.com/hiriira-guddic…

East Shewa Communication(@east_shewa) 's Twitter Profile Photo

ADAAMAA,Bitootessa 13/2016(EShC)- Sochii geejjibaa hammayyeessuun balaa tiraafikaa qaqqabaa jiru xiqqeessaa.

Sochiin tiraafikaa diinagdee naannichaa guddisuu keessatti gahee olaanaa qaba. Sochii tiraafikaa nageenyi isaa eegame mirkaneessuuf hunduu gahee olaanaa qaba.

NRDC Deanne(@NRDC_Deanne) 's Twitter Profile Photo

Here is another for Energy Efficiency Day today! Join us by giving one of your favorite games a fun energy efficiency twist. MEEA

Here is another #EEGame for Energy Efficiency Day today! Join us by giving one of your favorite games a fun energy efficiency twist. #EEDay2022 @MEEAee
account_circle
OBN(@OBNOromiyaa) 's Twitter Profile Photo

Kaambaanin Kuwaataar Izdaan jedhamu Itiyoophiyaatti Hoteeloota sadarkaansaanii eegame ijaaruu barbaada.